Jump to content

abscissa

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Cibra

[gulaali]

maqaa yookaan cibra

  1. (Herreega) * absiisaa, absiisaan tuqaa diriiroo ko'oordineetii irraa fageenya tuqaan sun siiqqee y irraa qabu agarsiisu dha.

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'