Jump to content

articulation

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Gochima

[gulaali]

Gochima Afaan Ingiliffaa

  1. (Barnoota) * qindeessuu, qindeessuu jechuun barattoonni gocha lamaa fi isaa ol ta'e si'a tokkotti hojjechuu waan harkaan hojjetamu yoo gocha tokko harka bitaan kan biroo immoo harka mirgaan sosochoosuu dhaan duraa duubaa fi qindoomina barbaachisuun to'achuuneegala

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'